Nanni waaqayyoon eeggatu hin gatamu. Lafa onaa keessattis hin hafu. Warri waaqayyoon eeggatan humni isaanii akka joobiraa ni haareeffama.
Ari jaalala
Jireenya jireenyi keessa jiraate jiraadhu!
Baga Ayyaana Faasiikaa Geessan!
Du’ee du’aa ka’ee yesus du’aa nu kaaseera!
